ZAKIR ABDELA Official

Welcome to the official YouTube Channel of Zakir Abdela Official

Zakir Abdela Official specialises in producing music videos & hosting your Music Video
We also produce, record & promote Quality Music videos and other types of video contents.

We aspire to be a place where Afaan Oromoo and All African content creators feel at home.

Subscribe and join our community of creative individuals for your dose of high quality music video clips
**
Baga kara chaanala keessan Zakir Abdela Official 'tti nagayaan dhuftan!!
Chaanaliin kun vidiyoo muuziqaawwan Afaan Oromoo Sadarkaa isaanii eeggatan Isin Biraan gaya.

Aartii fi Artiistoota Keenya sadarkaa Adduunyaan Irra Jirtuuf Bakkaan Gahuuf Hoojjana. Vidiyoo Muuziqaa Sadarkaa Ol Anaa Hojjachuun Guddina Aartii Keenyaaf Gahee Keenya Adda Durummaan Ni Baana.

Zakir Abdela Official #subsribe Gochuun Guddina Aartii Keenyaaf Gahee Kessan Nu Gumaachaa.Galatoomaa Horaa Bulaa


ZAKIR ABDELA Official

Mee gumaachaan gama artiitiin isiniif gumaache kana seenaa daawwadhaa

1 month ago (edited) | [YT] | 10

ZAKIR ABDELA Official

Jimaata galgala.gadi dhiifama.shaamaa.zaakir abdallaa

1 month ago | [YT] | 397

ZAKIR ABDELA Official

Ashamaa lammii koo akkam jirtu ani weellisaa Zaakir Abdallaa ti arra waan haarawa sirba mata dureen isaa shaamaa ja'u qabadhee dhufaan jira hundi keeysanuu bakka jirtanitti namuu share share naaf godhaa galatoomaa...!

1 month ago (edited) | [YT] | 359

ZAKIR ABDELA Official

Fedhasaa dachaasaa yeroo dhiyotti YouTube zakir Abdella kanarratti nu eegaa

2 months ago | [YT] | 130