Oromia Entertainment

๐–๐ž๐ฅ๐œ๐จ๐ฆ๐ž ๐“๐จ ๐Œ๐ฒ ๐˜๐จ๐ฎ๐“๐ฎ๐›๐ž ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅโ˜…
โ”ˆโ”‰โ”…โ”โ˜ž OROMIA ENTERTAINMENT ยฎ๏ธ
Aadaa Fi Aartii Keenya Of Duratti Akka Deemuu Waliin Haa Hojjannu Sirboota Afaan Oromoo Hundaa Haa Dhageeffannu Waal Haa Jabeeffannu
OROMIA ENTERTAINMENT
Gaheen Isaa Sirboota Hojjattamani Gurraa Ummataa Hin Gahiin Bayyeettu Jiraa Kanaafu Gurraa Ummataa Busuuf Qophiidhaa
_____________________________________________
________ Thanks For Watching Video ________
_____________________________________________
Fuula duratti deemna
Ulee dhugaa qabannee
Wal hin gannu- irbuudha
Irbuu dhiigaa kakannee
Qottoo alagaan hin cittu
Hiddi Oromummaa keenya
Jabaadhaa wal jabeessaa
Bakka yaadne ni geenya
Oromia Entertainment Subscribe
Nuuf Godhaa Oromoo Koo
Sirboota Nama Booharsan Isiin Biraan Geenya Yoo Dogogorri Jirattee Nutti Himaa.
Galatooma๐Ÿ˜โค


Oromia Entertainment

Irreecha Concert

2 weeks ago | [YT] | 1

Oromia Entertainment

Subscribers Thanks 100k
Galatoomaa ๐Ÿ”ดโšช๏ธโšซ๏ธ๐Ÿ’“

3 weeks ago | [YT] | 10

Oromia Entertainment

Ilfinesh Qannoo Aanaa Jalduu ganda siibaa osolee fi naannoo isaatti seenaa qabsoo isheen dabarsitee fi akkasumas walitti dhiyeenya uummata Amboo waliin mana hidhaa kessatti dabarsite guutuu isaa Dhageeffadhaa

1 month ago | [YT] | 0

Oromia Entertainment

Ilfinesh Keno RIP

1 month ago | [YT] | 25

Oromia Entertainment

Kassetti Durii keessaa kan Eenyuu mana qabduu?
๐Ÿ‘‡As keessa eenyuu barbadduu

2 months ago | [YT] | 26

Oromia Entertainment

๐ŸŽต SIRBOOTA DURII KEESSAA ๐ŸŽต

โœจ ALBUM GUUTUU โœจ

โ“ KAN EENYUU? BARBADDUU!

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ” โค๏ธ MAATIIN OROMIA ENTERTAINMENT โค๏ธ โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”

2 months ago | [YT] | 77

Oromia Entertainment

Dammee Koo

2 years ago | [YT] | 3

Oromia Entertainment

๐ŸŽต๐Ÿ’–

2 years ago | [YT] | 2

Oromia Entertainment

Oromo Oromia Music

2 years ago | [YT] | 2