Oromia Entertainment

๐–๐ž๐ฅ๐œ๐จ๐ฆ๐ž ๐“๐จ ๐Œ๐ฒ ๐˜๐จ๐ฎ๐“๐ฎ๐›๐ž ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅโ˜…
โ”ˆโ”‰โ”…โ”โ˜ž OROMIA ENTERTAINMENT ยฎ๏ธ
Aadaa Fi Aartii Keenya Of Duratti Akka Deemuu Waliin Haa Hojjannu Sirboota Afaan Oromoo Hundaa Haa Dhageeffannu Waal Haa Jabeeffannu
OROMIA ENTERTAINMENT
Gaheen Isaa Sirboota Hojjattamani Gurraa Ummataa Hin Gahiin Bayyeettu Jiraa Kanaafu Gurraa Ummataa Busuuf Qophiidhaa
_____________________________________________
________ Thanks For Watching Video ________
_____________________________________________
Fuula duratti deemna
Ulee dhugaa qabannee
Wal hin gannu- irbuudha
Irbuu dhiigaa kakannee
Qottoo alagaan hin cittu
Hiddi Oromummaa keenya
Jabaadhaa wal jabeessaa
Bakka yaadne ni geenya
Oromia Entertainment Subscribe
Nuuf Godhaa Oromoo Koo
Sirboota Nama Booharsan Isiin Biraan Geenya Yoo Dogogorri Jirattee Nutti Himaa.
Galatooma๐Ÿ˜โค