Burte & Josy Official

Burte & Josy chaanaalii faarfannaa Kiristaanaa ta’ee, faarfannaadhaan Waaqayyoon galateeffachuu fi maqaa Gooftaa Yesus ol kaasuu irratti xiyyeeffata.

Chaanaalii keenya irratti faarfannaa haaraa, faarfannaa amantii, faarfannaa Wangeelaa, faarfannaa hafuuraa fi viidiyoo faarfannaa yeroo gara yerootti isiniif dhiyeessina.

Kaayyoon keenya karaa faarfannaatiin ergaa Wangeelaa babal’isuu, namoota jajjabeessuu, amantii cimsuu fi maqaa Waaqayyoo ulfeessuu dha.

Chaanaalii keenya subscribe godhaa, 🔔 mallattoo beeksisaa banuun viidiyoo haaraa yeroo ba’u akka argattan godhaa. Akkasumas viidiyoo keenya like, comment fi share gochuun nu deeggaraa.

Galatoomaa, Waaqayyo isin haa eebbisu🙏