Bismillaahirahmaanirrahiim. ummata Islamaa akkasumas hortee Adamii fi haawaa maraaf Light of Iman gorsaa fi beekkumsa duniyaa fi aakhiraa kan maddi isaa hadiisaa fi Qur'aana tahe ulamaaii fi daa'iilee adda addaarraa walitti cunfee kan isiniif gumaachu taha dhaggeeffadha Qooda irraa fudhaa. Akkasumas Subscribe share godhuun kheyrii tana akka obboleyyan keysan kan biraatiinis dhaqqabsiisaa.